1. buruurii jirmaan yookiin muka kolleetiin dhahanii waaqa keessa oofuu. 2. dhahanii ajjeesuu; Bin...
bineensa daggalaa kan muka koruu danda'u, adurree kan fakkaatu, foon nyaatee kan jiraatu, qeerransa;...
amantii kiristaanaa keessatti nama waayee amantii sanaa mataa ta'ee barsiisu, kanqurbaana kennu, ...
eelee suphee kan buddeena irratti tolfatan; "Buddeena nama quubsu qibaaba irratti beeku".
xinneessanii kenna yookiin buusa; Qica bishaanii waan itti xinneessaniif dheebuu hinbaane.
1. dheedhii xinneessanii hammaarrachuu; Atara qicateeti akaawwate. 2. bishaan yookiin dhangala'aa ad...
xinneessamee buufamuu yookiin kennamuu; Erga bishaan harkaa qicamee nyaanni dhiyaate.