qicachuu go.

GAO

Hiika

1. dheedhii xinneessanii hammaarrachuu; Atara qicateeti akaawwate. 2. bishaan yookiin dhangala'aa adda addaa xinneessanii buufachuu; Araqee qicateeti dhuge.
Sponsors