1. kan sirriitti hinbilchaatin; Foon qarcabbaa'aa nyaateeti garaa isa dhukkubse. 2. dulloomaa; Jaars...
1. bilchina dhabuu; Foonni abiddi itti xinnaate niqarcabbaa'a. 2. dulloomuu; Yoo gar malee aaran daf...
bira dhaabbachuu, gargaarrachuu, ukachuu; Abbaa dulloome qarqaarrachuu barbaachisa.
ba'aa horii, konkolaataa, w.k.f., irratti fe'uu; Harreetti ba'aa qarqaaree gabaa baye.
1. rakkina oolchuu, gargaaruu, ukuu; Haadha dulloomte ijoolleetu qarqaara. 2. wajjin hojjetanii rakk...
roga yookiin maddi qarqaaree isa guddisa wanta ta'ee; Qarqara baaqqee wula itti buufatu.
1 . lafa gartokkeen gadi jiddee jalli qilee ta'e, hallayyaa; Saani qarree irraa kufteeti caccabde. 2...
mallattoo durbi hinheerumne duuba mataa irratti qorattu, saadullaa, bantii; Inni durba qarree fuudhe...