qarcabbaa'aa ad.

GAO

Hiika

1. kan sirriitti hinbilchaatin; Foon qarcabbaa'aa nyaateeti garaa isa dhukkubse. 2. dulloomaa; Jaarsa qarcabbaa'aatti heerumte.
Sponsors