Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
oofkaltii ma.
GAO

"ooffala" ilaalaa. 2. man'ee dhala garaa bawu duukaa bawu; Sareen oofkaltii jabbii nyaatte.

oofkaluu
GAO

"ooffaluu" ilaalaa.

oofsisuu go.
GAO

akka oofu gochuu.

oofuu go.
GAO

1. waan tokko duubaan goranii yookiin keessa taa'anii bakJca tokkoo bakka biraa akka deemu gochuu; D...

oogana
GAO

"hoogana" ilaalaa.

ooganaa'uu
GAO

"hooganaa'uu" ilaalaa.

ooganeessuu
GAO

"hooganeesuu" ilaalaa.

ooganooftuu
GAO

"hooganooftuu" ilaalaa.

oogdii ma.
GAO

bakkee (lafa qulqulluu) midhaan maasii irraa yookiin oyiruu irraa itti guuranii, qotilee irra oofani...

oohaa
GAO

"ohaa" ilaaIaa.

ookkessa ma.
GAO

hokkoo taasisa.

ookkessuu go.
GAO

hokkoo taasisuu, mataa jallisuu.

ookkoo ma.
GAO

muka gara mataatiin Jallaa.

oola 1 ma.
GAO

deemsa irraa hafa.

Oola 2 ma.
GAO

hamaa jalaa baha.

oolaa 1 ad.
GAO

kan buusa yookiin firee otoo hingodhatin hafe, maseeha.

oolaa 2 ad.
GAO

kan hamaa jalaa bayee hafe.

oolbaa
GAO

"oolgaa" ilaalaa.

oolchaa 1 ma.
GAO

waan waaree booda nyaatan.

oolchaa 2
GAO

"oolmaa" ilaalaa.

Sponsors