oofuu go.

GAO

Hiika

1. waan tokko duubaan goranii yookiin keessa taa'anii bakJca tokkoo bakka biraa akka deemu gochuu; Dur horii kalootti oofa ture ammammoo roophilaa waaqa keessa oofa. 2. gar malee nyaachuu. 3.oduu dhugaa hinqabne odeessuu.
Sponsors