qonna qal'oo qonna bal'aa gara mataa qarqara bakkee ooltu, kan yammuu qonna bal'aa qotuuf ka'an durs...
1. nama kan dhiyoo dhalate, kan ijoolleedhaa gadii, daa'ima. 2. nama guddaa kan bilchina hinqabne, k...
1 . waan hundaan guutuu ta'uu dhabiinsa, hanqina, hir'ina;. "Bareedaan mudaa hindhabu. " 2 . waan wa...
kan huffaa yookiin gudeeda gidduutti argamu, yoo waa miilla nama rukute kan micireen isaa dhiita'u.
hodhaa xinnoo kan qadaa Jala qabdu, waan akka dibataa keessa keewwatan yookiin akka jifaaraatti (g...