Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
moxobii ma.
moxobii ma.
GAO
Hiika
qonna qal'oo qonna bal'aa gara mataa qarqara bakkee ooltu, kan yammuu qonna bal'aa qotuuf ka'an dursanii qotanii irratti deeffatan, muudanii; Moxobii qottu malee qotileen daangaa dabarteeti maasaa namaa seenti.
Sponsors