Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
marsachuu go.
GAO

1. marsaa naanneffachuu. 2. itti naanneffachuu; Bosonuu marfateeti kiyyoo keessa galche.

marsamuu go.
GAO

1.marsaan itti naannayee wal gawuu. 2.waan keessaa bawuun nama dhibu kcessa galanii qabamuu; Hattuun...

marsiisuu 1 go.
GAO

akka marsu gochuu.

marsiisuu 2 go.
GAO

akka maru gochuu.

marsuu go.
GAO

1.itti nanna'uu. 2. marsaati naannessuu.

martii
GAO

"martuu" ilaalaa.

martuu ma.
GAO

rifeensa yookiin qajjiisa luuccaafi qiciicaa gidduu jiru, gafaree.

maruu go.
GAO

1. waan irratti naannessuu; "Dheeratee muraa jennaan,  abbaatu of mara jedhe bofni. 2. walitti dach...

masakuu go.
GAO

1. caccabsanii nyaachuu, alala guuruu.2. horii yaabbii dura goranii lookoon harkisuu.

masaraa 1 ma.
GAO

hiriyaa durbaa yookiin dhiiraa.

masaraa 2 ma.
GAO

ulee sibiilli qara qabu itti kaawwame, hankaassee.

masaraa ma.
GAO

1. lafa jireenyaa, masaraa sheekotaa. 2. teessoo mootummaa; Masaraan Abbaa Jifaar Jimma keessa Jiree...

masaraxa
GAO

"masaraa 1" ilaalaa.

maseena ad.
GAO

1. dubartii yookiin horii dhaluu hindandeenye; sareen cakkaa mucaa hindenye, maseena. 2. midhaan ija...

maseenfamuu go.
GAO

akka maseentu gochuu.

maseensuu go.
GAO

maseena taasisuu.

maseentuu ad.
GAO

tan maseena taate.

maseenuu go.
GAO

maseen ta'uu.

masennumaa ma.
GAO

dhala dhabiisa.

mashataa ma.
GAO

dhugaatii daldalaaf dhiyaatu, keessumattuu farsoofi haraqee; Mashataa daldalteeti jiraati.

Sponsors