masaraa ma.

GAO

Hiika

1. lafa jireenyaa, masaraa sheekotaa. 2. teessoo mootummaa; Masaraan Abbaa Jifaar Jimma keessa Jireen bakka Jedhamu jira.
Sponsors