akka luucca'u taasisuu, gara tokkotti wal duukaa jigsuu yookiin ciibsuu; Qilleensi xaafii luuccesse.
nyaatanii yookiin dhuganii fixuu; Inni aannan coocoo tokko luufu malee manaa hinbawu.
meeshaa sibiilaafi teepha irraa hojjetamee afaan horii fe'umsaa (gaangee, farda) keessa galchuudhaan...
1.luugamaan qabamuu yookiin luugamni itti keewwamuu; Gaangeen kun luugamamuu barbaachisa.2. akka hin...
1.luugamaan qabsiisuu. 2. akka hindubbanne gochuu; Mucaa kee afaan luugamtee, maaliif hindubbatuu?
1.kan aannan luuguudhaan, (keessumattuu lafati kaatti) beekamu. 2. kan nama deegsu (baay'ee nama irr...
baaqelaa asheetii kan qolaa wajjin affeelamu; Luugoo baaqelaa irra keessee na eegde.
lafa qargara, aannoo bishaanii jiru keessumattuu kan kaloo qabu; Horii kana luugoo sanattitti gees...
1.horii didaa, fincilaa; "Afaan nagaan maa'essa alaa galcha." 2. kan booda irra ta'u, dhufu dura kan...
1.Jiruu ofii raawwachuu; Maa'ii baasannaan nideema. 2 bu'aa buusu, waan nama gargaaru haromsiisuu.
1.namaaf tole jechuu yookiin ajajamuu didu finciluu. 2. horiin gooluu yookiin finciluu.
1.tan garaan maagaa duwwaa ta'e. 2. gar malee qalloo tan taatee akka maagaa fokkiftu.