Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
luugduu ad.
luugduu ad.
GAO
Hiika
1.kan aannan luuguudhaan, (keessumattuu lafati kaatti) beekamu. 2. kan nama deegsu (baay'ee nama irraa nyaachuudhaan); Dubartiin magaalaa tokko tokko amalaan horii nama irraa nyaatti, dubartoonni akkasii luugduu jedhamu.
Sponsors