Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
hokkessuu go.
GAO

akka hokkoo ta'u gochuu, mataa jallisuu, dabsuu.

hokkina
GAO

"hokkannaa" ilaalaa.

hokkola
GAO

"okkola" ilaalaa.

hokkolchiisuu
GAO

"okkolsiisuu" ilaalaa.

hokkoltuu
GAO

"okkoltuu" ilaalaa.

hokkoluu
GAO

"okkoluu" ilaalaa.

hokkoo ma.
GAO

1.waan mataan gadi jallate, gornboobaa. 2. ulee gabaabaa mataan gadi jallaa, kazaaraa. 3. muka akaay...

hokolee ma.
GAO

1. mi'a aanaan itti elmatan. 2. mi'a aannan itti kuufatan, okolee. 3. mi'a gogaa irraa qopheessanii ...

hokoloo ma.
GAO

1.muka qanbara morma qotiyyoo irratti ittiin hidhan, hudhaa yookiin maanaqee. 2. muka qaqanii, jalli...

holii gadi
GAO

"olii gadii" ilaalaa.

hollacha
GAO

"holata" ilaalaa.

hollachiisu go.
GAO

qorri dhibeen yookiin sodaan nama yookiin horii akka hurgufamu; Dhibee  moo sodaatu hollachiisa  2...

hollachuu go.
GAO

nafti waan ta'ee urgufamuu. 2.sodaachuu yoo sodaadhaan urgufamuu.

hollata 2 ma.
GAO

qixxaa warqee kan baalan tolfamu.

hollata ma.
GAO

urgufama waan ta'e.

hollataa 1 ad.
GAO

kan urgufamu.

holootoo
GAO

"hiddii looloo" ilaalaa.

Holotta ma.
GAO

1. abidda  labooba soba ta'e 2 . oduu o'inni isaa akka labooba abidaa gubu,3 maqaa magalaa tan lixa...

holqa ma .
GAO

golba yookii dhooqa waan ta' ee; Holqa mukaa, holqa ilkaanii .

holqee ad.
GAO

tan dhooqa qabdu, golbee.

Sponsors