hokoloo ma.

GAO

Hiika

1.muka qanbara morma qotiyyoo irratti ittiin hidhan, hudhaa yookiin maanaqee. 2. muka qaqanii, jallisanii, bocanii qanbara yookiin waanjoo irraa qopheeasanii  3. muka soqamee morma dhareefi funyoo ishii ittiin hidhamtu jidduu ishiin funyoo akka hinnyaanne dhowwu.
Sponsors