Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
hidduu 2 go.
GAO

hiddaadhaan jirbii bittinsuu yookiin hurgufuu.

Hidhaa
GAO

akka hinwarraaqne yookiin fagaatee hindeemne gocha.

hidhachiisuu go.
GAO

akka hidhatu gochuu.

hidhachuu go.
GAO

1.akka hindeemne, hinwarraaqne, hindhangalaane wadaroon qabuu. 2. daara keewwachuu, uffachuu. 3. qaw...

hidhama ma.
GAO

akka hind emne ta'iisa.

hidhamaa ad.
GAO

kan hidhame, kan hidhaa irra jiru.

hidhamuu go.
GAO

1. teebaan yookiin foyaadhaan akka hindeemne hinwarraaqne godhamuu. 2. mana hidhaa seensifamuu. 3. d...

hidhannaa
GAO

"hidhata" ilaalaa.

hidhata hiikuu go.
GAO

meeshaa lolaa irraa fuudhanii akka hinhidhanne gochuu.

hidhata ma.
GAO

1.akka hindeemne, hinwarraaqne, hindhangalaane funyoon qaba; Horii hamaa abbaatu hidhata. 2. uffata ...

hidhata surree ma.
GAO

1.akkaataa aurree itti keewwatan. 2. bakka saqqiin yookiin qabattoon irra oolu, mudhii; Harka lamaan...

hidhii ma.
GAO

1.qaama ilkaan uwwisu, cufannaa afaanii; Namni hidhii sheelaa ilkaan dhokfachuu hinda'nda'u. 2. qarq...

hifacha
GAO

"ifacha" ilaalaa.

hifachuu
GAO

"ifachuu" ilaalaa.

hifannaa
GAO

"ifannaa" ilaalaa.

hifatamuu
GAO

"ifatamuu" ilaalaa.

hiibboo ma.
GAO

taba(tapha) afaanii kan galgala abidda bira taa'anii gaaffiifi deebiidhaan tabatan; Hiibboo yoo jedh...

hiika ma.
GAO

1. hidhaa keessaa baasa, hidhaa irraa gadi lakkisa. 2. dubbiif, jechaaf yookiin sagaleef akka namaa ...

hiika qabaachuu go
GAO

bu'aa qabaachuu; Naganni bunaa hiika qabaachuu hin'oolu. 2.guddina, wayyaa'ina, jabeenya qabaachuu; ...

hiikaa
GAO

qotiyyoo "hiikaa qotiyyii" ilaalaa.

Sponsors