hidhii ma.

GAO

Hiika

1.qaama ilkaan uwwisu, cufannaa afaanii; Namni hidhii sheelaa ilkaan dhokfachuu hinda'nda'u. 2. qarqara afaan waan ta'ee; Hidhii xuwwee, hidhii hededaa.
Sponsors