Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
hejjeta ma.
GAO

1. akkaataa wanti ta'e itti dhaabbatu, dhaabbina yookiin dhaabbata, ejjeta. 2. firooma yookiin dhalo...

hejjummaa ma.
GAO

miriixaa jaalala dhiiraafi dubartiin dhufu; Nama hejjummaa guddisu uummanni hedduu itti hinkala'u.

hejjuu go.
GAO

1. dhiirriifi dubartiin wal Jaallatanii maraachuu, jaalalaan of qaba dadhabuu, miriixamuu. 2. dhaaba...

hektaara ma.
GAO

bal'ina lafaa kan kaaree meetira kuma kudhan (10000) ta'u, yookiin lafa garaan dheerina meetira dhib...

hela
GAO

"heela 1" ilaalaa.

helellaa ma.
GAO

callee adii daa'imatti, qabeetti, w.k.f. bareechuuf jedhanii kaayan, elellaa.

helemaa
GAO

"elemaa" ilaalaa.

helmachiisuu
GAO

"elmachiisuu" ilaalaa.

helmachuu
GAO

"elmachuu" ilaalaa.

helmamtuu
GAO

"elmamtuu" ilaalaa.

helmamuu
GAO

"elmamuu" ilaalaa.

helmannaa
GAO

"elmannaa" ilaalaa.

helmisiisuu
GAO

"elmisiisuu" ilaalaa.

helmuu
GAO

"elmuu"ilaalaa.

hennaa ma.
GAO

sagalee yeroo ibsu, yeroo, oggaa, wayitii; Hennaa inni dhufu na waami.

hephoo ma.
GAO

gosa adangoree yookiin otongoree kan gumaan gurguddaa akka geengoo.

hephoo qamalee ma.
GAO

otongoree hephoo fakkaatu kan daggalatti biqilee namni hinnyaanne.

herrega ma.
GAO

ta'iisa waan tokkootiif amantii qabaacha, abdii.

herregacha ma.
GAO

amantii qabaacha, abdacha.

herregachuu go.
GAO

waan ta'e argachuuf abdachuu.

Sponsors