Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
hejjeta ma.
hejjeta ma.
GAO
Hiika
1. akkaataa wanti ta'e itti dhaabbatu, dhaabbina yookiin dhaabbata, ejjeta. 2. firooma yookiin dhaloota yeroo rakkoo yookiin of beeksisuuf himatan. 3 dhaabbii waan tokkoo, bareedina qaamaa, hojjaa; Horiin hejjeta bareedu gatii baasa.
Sponsors