1. hancufa qaqaldhatee hidhii irra gadi yaa'u, Maaliif akka daa'imaa gorora yaaftaa? 2. dubbii hinta...
lola adurreen yookiin sareen sagalee odoo ol hinkaasin dhageessistu; Adurreen foon argatte yoo namni...
1. gorora yaasuu yookiin harcaasuu. 2. waan hintaane haasa'uu, xibaaruu; Yoo haasaa hinbeekne akkanu...
horii qalanii foon nyaachuuf morma murachuu, baarrakachuu; Qotiyyoo kana gorra'achuu dhiistaniiti al...
morma muruu, kokkee buusuu, baarrakuu, Dubartiifi daa'imni xixiqqoon horii gorra'uu 'aadaan nidhowwa...
akka itti hintolle gochuu, nafa hirdhisuu, ergaruu, rakkisuu; Daa'ima dhaaanuun hinbadu, hingorresii...
yaada wanna wayyu ittiin nama beeksisan, marii namaa kennamu; Daa'imaa gorsa kennaniiti akka jabaatt...