gororuu go.

GAO

Hiika

1. gorora yaasuu yookiin harcaasuu. 2. waan hintaane haasa'uu, xibaaruu; Yoo haasaa hinbeekne akkanumaan gororuu dhiisi.
Sponsors