Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
goggogsuu
GAO

"gogsuu" ilaalaa.

goggoguu
GAO

"goguu" ilaalaa.

gogii ma.
GAO

dhukkuba midhaan margaa jiru miidhu.

gogocoro ma.
GAO

allaattii gurguddaa raga nyaatu, rumicha.

gogogfachuu
GAO

"gogfachuu" ilaalaa.

gogogfamuu
GAO

"gogfamuu" ilaalaa.

gogogsuu
GAO

"gogsuu" ilaalaa.

gogoguu
GAO

"goguu" ilaalaa.

gogorrii ma.
GAO

allaattii bosonaa tan andaaqqoo fakkaattu, tan foon ishii nyaatamu.

gogsiisuu go.
GAO

akka gogsu gochuu.

gogsuu go.
GAO

akka gogu gochuu; Haasaadhaan ataan nama gogsuu hinbarbaachisu.

gogsuu ma.
GAO

akka gogu gocha.

goguu go.
GAO

Jiini keessaa bayee dhumuu.

gojjoluu go.
GAO

1.foon JaJi'uun fannisanii gogsuu 2. abiddarra yookiin abidda cinaa qabanii karkarsanii bilcheessuu.

gojoo
GAO

"godoo" ilaalaa

gola 1 ma.
GAO

kutaa mana keessaa kan diinqaa gadii, bakka farada, hoolaa yookiin Jabbii itti hidhan; Kan golacci d...

gola 2 ma.
GAO

dhaqna loonii irraa kan qalamu, gogaa

gola fardaa
GAO

"golal 1 " ilaalaa.

gola hoolaa
GAO

"golal 1 " ilaalaa.

gola jabbii
GAO

"golal 1 " ilaalaa.

Sponsors