gola 1 ma.

GAO

Hiika

kutaa mana keessaa kan diinqaa gadii, bakka farada, hoolaa yookiin Jabbii itti hidhan; Kan golacci dhalatte ulaa ol hinsaramtu. 2.kutaa mana keessaa bakka midhaan itti bilcheeffatan.
Sponsors