1. daandiin deemaa jiran yookiin deemuu hedan nama jalaa baduu. 2. waanti hojjetan, dubbatan yookiin...
1. hamaa ta'u namaa laafuu dhiisuu; Obboleessa ofiitti garaa jabaachuun gaarii miti. 2. obsanii waan...
waan bulbulamee garadhaa bawuu albaatii 2. albaatiin nama qaba; Foon cooma nyaateetu garaa kaasaan q...
1. qoricha dhuganii garaa keessaa raammoon yaa'uu. 2. nama wal dhabaniin araaramanii hamaa yaaduu dh...
akka hinobsine, garaa hinkutanne yookiin hinhammaanne gochuu; Namni Jaallata yoo biyya ormaatti hafe...
1. yaaddoo idoo hindubbatin yookiin hojii irra hinoolchin hafuu. 2. dabare ta'uu, ulfaawuu; Heerum...