Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
garaa jabaachuu go.
garaa jabaachuu go.
GAO
Hiika
1. hamaa ta'u namaa laafuu dhiisuu; Obboleessa ofiitti garaa jabaachuun gaarii miti. 2. obsanii waan ta'e yaadu dhiisuu, irraa kuta.
Sponsors