1. waa keessa seenuu yookiin wayitti lixuu. 2. miseensa ta'uu; Loltuu galeeti du'e. 3. iddoo dhaqee ...
waan jidduu jiruu achi, laga irraa yookiin booldha irraa gara achi aanu, maddii achi aanu; Gama dhaa...
rifeensa gatiittii kotte duudaa gubbaa irratti argamu, gamada; Yammuu guluftu akka hinkufne gama qab...
wayi irraa deebii dida, wayitti ram'a; Maal balleessiteeti ajjeesu malee jedhee sitti gamaa?
gamasaniifi gama kana, bitaafi mirga booldhaa; Gamaa gamana dhaabbattaniiti walitti haasoftan.
1. waan gogaa irraa hojjetamu, kan oggaa farda yabbatan sarbaatti keewwatan. 2. shurraabii oggaa k...
hubboo xiqqoo morma dheerattu, Kan ijoolleen bishaan ittiin waraabdu, daarbee, barcaa.
dubbii cinaadhaa nama biraatti qabatanii dubbachuun nama arrabsan, gabaalcha; Gameelcha arrabseeti n...