galuu go.

GAO

Hiika

1. waa keessa seenuu yookiin wayitti lixuu. 2. miseensa ta'uu; Loltuu galeeti du'e. 3. iddoo dhaqee deebi'uu; Miin ergisaa galuu qaba. 4. mana namaa taa'uu; Hiyyoomeeti tiksee gale. 5. itti nam'uu; Goondaan manatti galeera. 6. bakka biraatti godaanuu; Finfinnee dhiiseeti Ambotti gale. 7. dhibeen ganda seenuu; Lasheen gama san galeera.
Sponsors