miidhaa guddaa irraan ga'a, ajjeecha; "Maasaan gamaa lafa hinbaatuu talbaa facaafata taatii, tokko h...
1. midhaan akka qamadii yookiin garbuu yeroo haaman lafa irratti kan hafu, kan bakka bakkatti haaman...
waan gogaa yookiin carqii irraa qophaa'ee midhaan itti naqatan, qalqallo yookiin karaxiitii.
waan gaarii namaa godhanii galanni kennamuufii hafuu, tolaa hojjetanii Waaqni siif haa kennu odoo hi...
nama waantolaa namaa ooleen Waaqni siif haa kennu jechuu yookiin waan Waaqni namaa godhetti gammadan...
1. waan ta'e akka galu gocha. 2. waan liqeeffatan yookiin ergifatan abbaaf deebisa.
1. deebii odoo hin'argatin dubbachuu.2. dubbatanii fixuu yookiin dubbatanii dubbii cufuu.