galabaa ma.

GAO

Hiika

1. midhaan akka qamadii yookiin garbuu yeroo haaman lafa irratti kan hafu, kan bakka bakkatti haamanii mana ittiin ajjeeran, citaa yookiin barsii. 2. midhaan dhahanii yookiin tumanii callaan gaafa keessaa bawu kan duubatti hafu.
Sponsors