Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
fajaja ma.
GAO

gara wallaalina, beekumsa dhaba.

fajajaa ad.
GAO

nama beekumsa dhabe, 2. dawwee yookiin raata'aa.

fajajaa ad.
GAO

nama beekumsa dhabe, 2. dawwee yookiin raata'aa.

fajajuu go.
GAO

gara wallaaluu, beekumsa dhabuu, raata'uu; Deegni nama fajacha.

fajajuu go.
GAO

gara wallaaluu, beekumsa dhabuu, raata'uu; Deegni nama fajacha.

fakkaachuu go.
GAO

itti bawuu; iJoolleen wal duraan abbaa fakkaatti.

fakkaachuu go.
GAO

itti bawuu; iJoolleen wal duraan abbaa fakkaatti.

fakkeenya ad.
GAO

1. kan fakkaatu; Ilmi fakkeenya abbaati. 2. jecha yookiin dubbii waan biraa ibsu; dubbii fakkeenyat...

fakkeenya ad.
GAO

1. kan fakkaatu; Ilmi fakkeenya abbaati. 2. jecha yookiin dubbii waan biraa ibsu; dubbii fakkeenyatu...

fakkeessa ma.
GAO

itti baasisa.2. afaaniin jireenya; Inni fakkeessee bula.

fakkeessa ma.
GAO

itti baasisa.2. afaaniin jireenya; Inni fakkeessee bula.

fakkeessuu go.
GAO

1. akka fakkaatu gochuu. 2. afaaniin bulluu; Maqumaaf malee fakkeesseetuma bula.

fakkeessuu go.
GAO

1. akka fakkaatu gochuu. 2. afaaniin bulluu; Maqumaaf malee fakkeesseetuma bula.

fal'aana ma.
GAO

1. mi'a manaa kan ittiin marqaa, qincee, w.k f., nyaatan; Fal'aanaan cafaqaa nyaate. 2. "maankaa" i...

fal'aana ma.
GAO

1. mi'a manaa kan ittiin marqaa, qincee, w.k f., nyaatan; Fal'aanaan cafaqaa nyaate. 2. "maankaa" ia...

fala baasuu go.
GAO

1. hamaa ofi irraa baasuu, qulqulleessuu. 2. mala baasuu; Abbaan fala baaseeti hamaa oolche.

fala baasuu go.
GAO

1. hamaa ofi irraa baasuu, qulqulleessuu. 2. mala baasuu; Abbaan fala baaseeti hamaa oolche.

fala fiduu go.
GAO

waan ta'ee hinbeekne fiduu; Isatu mana abbaatti fala fide.

fala fiduu go.
GAO

waan ta'ee hinbeekne fiduu; Isatu mana abbaatti fala fide.

fala lixuu go.
GAO

1. waan hamaa keessa seenuu. 2. "falamuu" ilaalaa.

Sponsors