fakkeenya ad.

GAO

Hiika

1. kan fakkaatu; Ilmi fakkeenya abbaati. 2. jecha yookiin dubbii waan biraa ibsu; dubbii fakkeenyatu ibsuu danda'a.
Sponsors