Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
faayidaa ma.
GAO

bu'aa waan hojjetan keessaa argatan; Faayidaa waan dhabeef dubbii dhiise.

faayilii banuu go.
GAO

nama himachuu;Qabata kaloo sanaa faayilii isatti bane.

faayilii banuu go.
GAO

nama himachuu;Qabata kaloo sanaa faayilii isatti bane.

faayilii cufuu go.
GAO

himannaa dhiisuu yookiin himannaa fixuu; Namicha lola kaasetu faayilii cufe.

faayilii cufuu go.
GAO

himannaa dhiisuu yookiin himannaa fixuu; Namicha lola kaasetu faayilii cufe.

faayilii ma.
GAO

waraqata dubbiin namaa katabamee keessa kaawamu.

faayilii ma.
GAO

waraqata dubbiin namaa katabamee keessa kaawamu.

faca'a ma.
GAO

1.gargar bittinnaa'aa. 2. bittinnaa'aa sanyii.

faca'a ma.
GAO

1.gargar bittinnaa'aa. 2. bittinnaa'aa sanyii.

faca'uu go.
GAO

 1. gargar bittinnaa'uu. 2. sanyiin maasiitti bittinfamuu.

faca'uu go.
GAO

 1. gargar bittinnaa'uu. 2. sanyiin maasiitti bittinfamuu.

facaafachuu go.
GAO

1. ofiif sanyii asiifi achi bittinfachuu. 2. ateetee bulfachuu yookiin naqachuu; caaltuun kaleessa ...

facaafachuu go.
GAO

1. ofiif sanyii asiifi achi bittinfachuu. 2. ateetee bulfachuu yookiin naqachuu; caaltuun kaleessa f...

facaafamuu go.
GAO

gargar bittinnaawuu; sanyiin tacaafamu malee midhaan eessaa baha?

facaafamuu go.
GAO

gargar bittinnaawuu; sanyiin tacaafamu malee midhaan eessaa baha?

facaasa ma.
GAO

asiifi achi bittinsa yookiin firfirsa.

facaasa ma.
GAO

asiifi achi bittinsa yookiin firfirsa.

Facaasaa ma.
GAO

1. yeroo midhaan facaafatan. 2. guyyaa torbanii kan Wiixatatti aanu,lammaffoo, Kibxata; Guyyaa Faca...

Facaasaa ma.
GAO

1. yeroo midhaan facaafatan. 2. guyyaa torbanii kan Wiixatatti aanu,lammaffoo, Kibxata; Guyyaa Facaa...

facaasisuu go.
GAO

akka facaasu gochuu.

Sponsors