Facaasaa ma.

GAO

Hiika

1. yeroo midhaan facaafatan. 2. guyyaa torbanii kan Wiixatatti aanu,lammaffoo, Kibxata; Guyyaa Facaasaa sanyii manaa baafatu. 3. kenna ateetee;Har'a facaasaa caaltuuti.
Sponsors