Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
dorgoma ma.
GAO

gocha dorgee; Hojii irratti waliin dorgoma gochuun bayeessa.

dorgoma ma.
GAO

gocha dorgee; Hojii irratti waliin dorgoma gochuun bayeessa.

dorgommee
GAO

"dorgoma" ilaalaa.

dorgomsiisuu go.
GAO

akka waliin dorgoman gochuu.

dorgomsiisuu go.
GAO

akka waliin dorgoman gochuu.

dorgomuu go.
GAO

fiigicha irratti wal darbuudhaaf wal bukkee yookiin wal cina fiiguu. 2. hojii, yaada, gocha gaarii,...

dorgomuu go.
GAO

fiigicha irratti wal darbuudhaaf wal bukkee yookiin wal cina fiiguu. 2. hojii, yaada, gocha gaarii, ...

dorrobaa ad.
GAO

tan dorrobde yookiin rimaa garaa qabdu.

dorrobaa ad.
GAO

tan dorrobde yookiin rimaa garaa qabdu.

dorrobduu ad.
GAO

"dorrobaa" ilaalaa.

dorrobduu ad.
GAO

"dorrobaa" ilaalaa.

dorrobuu go.
GAO

1.horiin ilmoo garaatti godhachuu, rimaa a'uu. 2.furdachuu, garaan guddachuu; jireenyi itti tollaan...

dorrobuu go.
GAO

1.horiin ilmoo garaatti godhachuu, rimaa a'uu. 2.furdachuu, garaan guddachuu; jireenyi itti tollaan ...

dorwachuu
GAO

"dhowwachuu" ilaalaa.

dorwituu ad.
GAO

dubartii waa akka hinhojjetamne gootu, keessattuu heeruma kan dhowwitu.

dorwituu ad.
GAO

dubartii waa akka hinhojjetamne gootu, keessattuu heeruma kan dhowwitu.

dosee
GAO

"doosee" ilaalaa.

doteessuu go.
GAO

bifa dotii tasisuu.

doteessuu go.
GAO

bifa dotii tasisuu.

dotii ad.
GAO

nifa gurraacha gara adiitti gaalchu; Farda dotii.

Sponsors