Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dorrobuu go.
dorrobuu go.
GAO
Hiika
1.horiin ilmoo garaatti godhachuu, rimaa a'uu. 2.furdachuu, garaan guddachuu; jireenyi itti tollaan dorrobe mitii? 3. waanti ta'e ifa bawuuf gawuu; Isin hinbeekne mal ee rakkoo guddaa tu dorrobee jira.
Sponsors