beekumsa dhabiisa, gowwummaa; Doofummaa kee kana jalaa baatee yoom abshaala taata laata?

1.irraa muramuudhaan yookiin irraa cituudhaan isa duraa irra gabaabbachuu, hanqachuu; Harki isaa ak...
1.irraa muramuudhaan yookiin irraa cituudhaan isa duraa irra gabaabbachuu, hanqachuu; Harki isaa akk...
1.kan irraa cite, muraa; "Harki hanna bare doolatuyyuu nimunyuuqa". 2. kan hojjaa hinqabne, gabaaba...
1.kan irraa cite, muraa; "Harki hanna bare doolatuyyuu nimunyuuqa". 2. kan hojjaa hinqabne, gabaabaa...
l.qara dhabuu; Qottoon yoo doome muka hinmuru. 2. qaawaan harmaa yookiin muchaa duuduu; Silmiin yero...

1.bidiru yookiin yabala ittiin bishaan irra deeman; Yoo lagni guute hinseenin, dooniin ceeyi malee. ...

naasuu guddaan namatti dhaga'amuu; Gaafan du'a isaadhagawu dooriiin naan cite.

mi'a qaaccaa irraa hojjetamu, kan midhaan fakkaatu; Namni miilla dondii dafee dafee deemuu hindanday...

jifaara yookiin faaya bifa adda addaa kan ittiin mi'a akka qabee 'aannanii bareechani, kan qajjisa m...