Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
doolachuu go.
doolachuu go.
GAO
Hiika
1.irraa muramuudhaan yookiin irraa cituudhaan isa duraa irra gabaabbachuu, hanqachuu; Harki isaa akkamitti doolatee? 2. uumamaan gabaabbachuu; Abbaan isaawoo dheeraadhaa inni eenyutti bayeeti doolatee?
Sponsors