Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
dirbaba ad.
GAO

qodaa ittiin safaran yookiin waan akka bishaanii ittiin dhugan keessatti amma hidhiitti, kan guutuuf...

dirbabsuu go.
GAO

amma dirbaba guututti yookiin amma hidhii  meeshaa waa itti naqaniitti naquu, hidhii meeshaa biraan...

dirgim gochuu go.
GAO

1. lafaan dhawuu yookiin kuffisuu; Lafatti dirgim godhe. 3. ajjeesu, kirnbil gochuu; Rasaasaa tokkoo...

dirgim jechuu go.
GAO

1. utuu hinargin lafa dhawuu,kufuu. 2. ija jalaa dhokachuu, baduu. 3. du'uu; Rukuttaa tokkoon dirgi...

dirgim jechuu go.
GAO

1. utuu hinargin lafa dhawuu,kufuu. 2. ija jalaa dhokachuu, baduu. 3. du'uu; Rukuttaa tokkoon dirgim...

diriimii ma.
GAO

horii akka shilingii kan macaafa qulqulluu keessatti maqaan dha'amu.

diriiraa ad.
GAO

kan bu'aa bayii hinqabne, wal qixxee; Lafa diriiraa galoon yookiin lolaan hinhubu.

diriirfachuu go.
GAO

1. akka diriiru godhachuu. 2. miilla lamaan sirreessanii yookiin qajeelchanii taa'uu, rafuu.

diriirfamuu go.
GAO

1.waan biraatiin diriiruu. 2. ajjeefamuu; Arbi rasaasa tokkoon diriirfame.

diriirfannaa ma.
GAO

miilla  sirreeffacha yookiin qajeelfacha.

diriirsuu go.
GAO

1. akka diriiru gochuu. 2. lubbuu baasuu, ajjeesuu.

Sponsors