dirbaba ad.

GAO

Hiika

qodaa ittiin safaran yookiin waan akka bishaanii ittiin dhugan keessatti amma hidhiitti, kan guutuuf xinnoo hanqate; buna o'aa siinii dirbaba yoo ta'e malee siinii guutuu baatanii fagoo dhaquun nama dhiba.
Sponsors