Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
diqqisiisuu go.
GAO

1.nyaatni akka coomaa, dhadhaa yookiin dammaa (namatti baay'atee) nama nuffisiisuu. 2. itti deddeebi...

diqqisiisuu go.
GAO

1.nyaatni akka coomaa, dhadhaa yookiin dammaa (namatti baay'atee) nama nuffisiisuu. 2. itti deddeebi...

dira'aa ad.
GAO

kan dira'uudhaan beekame; Inni dira'aadha!

dira'aa ad.
GAO

kan dira'uudhaan beekame; Inni dira'aadha!

dira'uma ma.
GAO

jiruu dira'uu;Dira'uma  jaallata.

dira'uma ma.
GAO

jiruu dira'uu;Dira'uma  jaallata.

dira'uu go.
GAO

waan karaa irra hinjirre yookiin waan fokkuu qabu hojjechuu. 2. namni nama hiriyaa ofii hinta'initt...

dira'uu go.
GAO

waan karaa irra hinjirre yookiin waan fokkuu qabu hojjechuu. 2. namni nama hiriyaa ofii hinta'initti...

diraamaa ma.
GAO

gocha yookiin tapha dirree irra ba'anii nama taa'ee ilaalutti agarsiisan, yookiin gocha akkasii kan ...

diraamaa ma.
GAO

gocha yookiin tapha dirree irra ba'anii nama taa'ee ilaalutti agarsiisan, yookiin gocha akkasii kan ...

diraandisa ma.
GAO

silmii, buniitii.

diraandisa ma.
GAO

silmii, buniitii.

diraasisuu go.
GAO

hojii dira'ummaa hojjechiisuu.

diraasisuu go.
GAO

hojii dira'ummaa hojjechiisuu.

diraatuu ad.
GAO

tan hojii dira'ummaatiin beekamte.

diraatuu ad.
GAO

tan hojii dira'ummaatiin beekamte.

dirachuu go.
GAO

1. waan akka faayaa, uffataa, w.k.f. dhaqnatti kaa'uu, fannifachuu; Callee dirachuun  of miidhagsu...

dirachuu go.
GAO

1. waan akka faayaa, uffataa, w.k.f. dhaqnatti kaa'uu, fannifachuu; Callee dirachuun  of miidhagsuu...

diramuu go.
GAO

qara dhokatee jiruun waraanamuu; Qoraattiidhaan  diramuu.

diramuu go.
GAO

qara dhokatee jiruun waraanamuu; Qoraattiidhaan  diramuu.

Sponsors