dirachuu go.

GAO

Hiika


1. waan akka faayaa, uffataa, w.k.f. dhaqnatti kaa'uu, fannifachuu; Callee dirachuun  of miidhagsuufi. 2. aan ofii waan biraatiin walitti qaqabsiisuu; Callee kirrii irratti dirachuu.

Sponsors