Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
digdama
GAO

"diddama"  ilaalaa.

diggisa ma.
GAO

1. nyaataafi dhugaatii baay'inaan nama baay'eef qopheessa, cidha. 2. nyaataafi dhugaatii sirriitti ...

diggisa ma.
GAO

1. nyaataafi dhugaatii baay'inaan nama baay'eef qopheessa, cidha. 2. nyaataafi dhugaatii sirriitti q...

diggisii
GAO

"diggisa" ilaalaa.

diggisiisuu go..
GAO

akka diggisu gochuu.

diggisiisuu go..
GAO

akka diggisu gochuu.

diggisuu go.
GAO

cidha gochuu, nyaataafi dhugaatii sirriitti qopheessuu

diggisuu go.
GAO

cidha gochuu, nyaataafi dhugaatii sirriitti qopheessuu

digirii 1 ma.
GAO

muka qal'aa babatteefi gindii ittiin walitti qabsiisan, qicirtii.

digirii 1 ma.
GAO

muka qal'aa babatteefi gindii ittiin walitti qabsiisan, qicirtii.

digirii 2 ma.
GAO

waraqata barumsa yunivarsiti nama fixeef akka ragaatti kennamu; Digiriin eebbifame.

digirii 2 ma.
GAO

waraqata barumsa yunivarsiti nama fixeef akka ragaatti kennamu; Digiriin eebbifame.

digirii 3 ma.
GAO

gosa meeshaa wayiin safaran, keessattuu o'ina, qorra, w.k.f.; O'inni nama fayyaa qabuu digirii seent...

digirii 3 ma.
GAO

gosa meeshaa wayiin safaran, keessattuu o'ina, qorra, w.k.f.; O'inni nama fayyaa qabuu digirii seent...

diida ma.
GAO

bakka keessa jiran irraa bakka achi fagaatu, keessumattuu lafti isaa kana jedhamee kan hinbeekamin; ...

diida ma.
GAO

bakka keessa jiran irraa bakka achi fagaatu, keessumattuu lafti isaa kana jedhamee kan hinbeekamin; ...

diigaa ad.
GAO

kan diigu.

diigaa ad.
GAO

kan diigu.

diiggachuu
GAO

1. waan ijaaran diigsisanii iddoo biraatti dabarfachuu; Dallaa kana asii diiggachuutu na irra jira....

diigsisuu go.
GAO

akka diigamu gochisiisuu.

Sponsors