diiggachuu

GAO

Hiika


1. waan ijaaran diigsisanii iddoo biraatti dabarfachuu; Dallaa kana asii diiggachuutu na irra jira. 2. waanti walitti kuufame tokko humna mataa isaatiin cabsee bawuu; Lolaan biyyoo diiggatee mana lixe. 3. waanta walitti butl tokko diriirfachuu; Nyaara diiggachuu.
Sponsors