Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
dibaabii
GAO

"dibaaba 2 "ilaalaa.

dibaata ma.
GAO

waan akka dhadhaa qibaatii, zayitii akka dhagii  yookiin rifeensa cululuqsu yookiin laaffisuuf muud...

dibachuu 1 go.
GAO

dibata muudachuu, haxaawachuu, olitti firfirsuu.

dibachuu 2 go.
GAO

waan tokko akka  namaa bilchaatu barbadaa o'a d keessa ruuqqachuu.

dibamaa ad.
GAO

1. kan waan akka zayitii, qalamii, dhadhaa fafakkaatuun bifa geddarate. 2. kan taayitaan yookiin ol...

dibamaa ad.
GAO

1. kan waan akka zayitii, qalamii, dhadhaa fafakkaatuun bifa geddarate. 2. kan taayitaan yookiin ol ...

dibannaa ma.
GAO

fuula ofii yookiin waan biraa waan akka dhadhaa, qibaatii, shittootiin haxa awannaa yookiin ofitti f...

dibbee ma.
GAO

meeshaa (muka) sirbaa kan keessi isaa qaawwaa, kan faanni gogaan hidhamee yammuu barruun rurrukutan ...

dibeeta ma.
GAO

qalamii quraana ittiin luukii irratti kataban yookiin caafan; Dibeeti cilaatii eelee haxaawanii, bis...

dibicha ma.
GAO

jabbii raada hinta'in, jibicha; "Dibichi korma ta'u hidhaa irratti beekama".

diboo
GAO

"duuba 2"  ilaalaa.

dibuu 1 go.
GAO

dibata itti gochuu, mtiuduu; Dhadhaa nama dibu.

Sponsors