Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dibaata ma.
dibaata ma.
GAO
Hiika
waan akka dhadhaa qibaatii, zayitii akka dhagii yookiin rifeensa cululuqsu yookiin laaffisuuf muudata Dibanni na jalaa dhumeeti fuulli na daalachaaye, Dubartiin shittoo dibannaa jaallatti.
Sponsors