Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
dhaqna nyaachuu, go.
GAO

dhaqna nama hooksisuu; Maal inni siree kana irraa dhaqna na nyaatu?

dhaqna nyaataa ma.
GAO

dhukkuba hidda dhiigaa, kan darbee darbee yeroo qorraa namatti dhaga'amu, kan dhaqna namaa caccabsu;...

dhaqna qabaa ma.
GAO

gocha dhaqna qabuu, kittaana;Mucaan dhaqna qabaa gayeera.

dhaqna qabachuu go.
GAO

qaama hormaataa murachuu, kittaanamuu; Durbi dhaqna qabachuun yeroo ammaa hafaa jira.

dhaqna qabduu ad.
GAO

nama dahumsa dhaqna qabaa qabu.

dhaqna qabsiisuu go.
GAO

akka dhaqni qabamugochuu.

Dhaqna qabuu go.
GAO

qaama hormaataa, keessattuu kan ijoollee muruu, kittaanuu.

Dhaqnaa dhabuu go.
GAO

fedhiin yookiin barbaachi waa okkoo nama keessa jiraachuu dhiisuu; Hojii dhaqnaa dhabuu hinoolle, ka...

dhaqnaa qabaachuu go.
GAO

fedhii yookiin barbaachi waa tokkoo nama keessa jiraachuu; Magaalaattu galuu dhaqnaa qabaachuu hin'o...

dhaqnaan ba'uu go.
GAO

gogaa dhaqnaa irratti mul'achuu; Muca qoricha dhugsiitnaan gifirri dhaqnaan ba'e.

dhaqnaan beekuu go.
GAO

waan ta'e yookiin ta'uuf jiru utuu hinargin yookiin hindhaga yin malaan baruu; Akka keessummaan itti...

dhaqnaan godhachuu go.
GAO

suuta auutaan baraa dhufuu; Ijoolleen gaata dhaqnaan nama godhattu namatti siqxi. 2. bayii(bayeeaaa)...

dhaqqaba ma.
GAO

hordofanii bira gaha. 2. harkaan tuqa.

dhaqqabachuu
GAO

"qaqqabachuu" ilaalaa.

dhaqqabsiisuu go.
GAO

akka qaqqabu gochuu.

Dhaqqabuu
GAO

"qaqqabuu" ilaalaa.

dhaqsiisuu go.
GAO

akka dhaqu gochuu.

dhaquu go.
GAO

bakka tokko irraa bakka biraa deemuu; Mana barumsaa dhaquu barbaachisa.

dhara ma.
GAO

dubbii dhugaa of keessaa hinqabne, soba, kijiba; "Dhara hindubbadhu dhugaan dubbadha'' (yeroo kakuu ...

dharoomsuu go.
GAO

dubbii namni dubbate tokko dhara ta'uu isaa ifa baasuu, karaa danda'amu hundumaatiin mul'isanii saax...

Sponsors