Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
daratuu go.
GAO

dhiphina yookiin rakkina itti fiduu,irraan gawuu, rakkisuu, dhiphisuu.

daratuu go.
GAO

dhiphina yookiin rakkina itti fiduu,irraan gawuu, rakkisuu, dhiphisuu.

darbachuu go.
GAO

harkaan ha'uu; Quuqaa bineensatti darbachuu, Nama nama irra ejjete of irraa achi darbachuu.

darbachuu go.
GAO

harkaan ha'uu; Quuqaa bineensatti darbachuu, Nama nama irra ejjete of irraa achi darbachuu.

darbattee ma.
GAO

mi'a mukaa,kan oobdii irratti midhaan tumamee yookiin ayidamee ittiin qilleensa keessa darbatanii ca...

darbattee ma.
GAO

mi'a mukaa,kan oobdii irratti midhaan tumamee yookiin ayidamee ittiin qilleensa keessa darbatanii ca...

darbuu 1 go.
GAO

waa ha'uu.

darbuu 1 go.
GAO

waa ha'uu.

darbuu 2 go.
GAO

1. bakka tokko keessaa deemanii bakka biraatti ceewuu, taruu, kutuu; Bineensi asiin darbe. 2. nama ...

darbuu 2 go.
GAO

1. bakka tokko keessaa deemanii bakka biraatti ceewuu, taruu, kutuu; Bineensi asiin darbe. 2. nama c...

dardara
GAO

"dargaggeessa" ilaalaa.

dargaawuu
GAO

"dargaayee 2" ilaalaa.

dargaayee 1 ma.
GAO

qamadii faranjii kan hinta'in, qamadii ija shishifii.

dargaayee 1 ma.
GAO

qamadii faranjii kan hinta'in, qamadii ija shishifii.

dargaayee 2 ma.
GAO

yeroo baay'ee turiinsa.

dargaayee 2 ma.
GAO

yeroo baay'ee turiinsa.

dargaggeessa ad.
GAO

ilma umuriin isaa saalfannoo keessa jiru.

dargaggeessa ad.
GAO

ilma umuriin isaa saalfannoo keessa jiru.

dargaggeettii ad.
GAO

dubartii dargaggummaa qabdu yookiin dargaggummaan irraa mul'atu.

dargaggeettii ad.
GAO

dubartii dargaggummaa qabdu yookiin dargaggummaan irraa mul'atu.

Sponsors