Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
darbuu 2 go.
darbuu 2 go.
GAO
Hiika
1. bakka tokko keessaa deemanii bakka biraatti ceewuu, taruu, kutuu; Bineensi asiin darbe. 2. nama caaluu; Akka namni sin darbine yoo barbaadde hojjedhu.
Sponsors