Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
daraaraa 2 ma.
GAO

dhiiga ji' a ji' aan dubartiitti dhufu, xurii, adafii, laguu.

daraariiyoo
GAO

"daraaraa" ilaalaa.

daraaruu go.
GAO

1. biqiltuun ija yookiin firii godhachuuf habaaboo baasuu; Boqqolloon daraare. 2. mataan namaa harri...

daraaruu go.
GAO

1. biqiltuun ija yookiin firii godhachuuf habaaboo baasuu; Boqqolloon daraare. 2. mataan namaa harri...

darabaa 1 ma.
GAO

eegumsa horii kan darabeen isaa wal duraa duubaan nama gawu; Darabaan sa 'a tiksuu bar' aa kan 'eeny...

darabaa 1 ma.
GAO

eegumsa horii kan darabeen isaa wal duraa duubaan nama gawu; Darabaan sa 'a tiksuu bar' aa kan 'eeny...

darabaa 2 ma.
GAO

qadaada gombisaa yookiin gootaraa.

darabaa 2 ma.
GAO

qadaada gombisaa yookiin gootaraa.

darabaa galchuu go.
GAO

bakka margi jirutti horii yeroodhaaf godaansuu; Dhaltii koo bonni hammaannaan biyya baddaatti daraba...

darabaa galchuu go.
GAO

bakka margi jirutti horii yeroodhaaf godaansuu; Dhaltii koo bonni hammaannaan biyya baddaatti daraba...

darabee 1
GAO

"darabaa" ilaalaa.

darabee 1
GAO

"darabaa" ilaalaa.

darabee galuu go.
GAO

eegumsa horiitiif darabee naqachuu yookiin galuu.

darabee galuu go.
GAO

eegumsa horiitiif darabee naqachuu yookiin galuu.

darabee naqachuu. go.
GAO

darabee galu.

darabee naqachuu. go.
GAO

darabee galu.

daraboo ma.
GAO

hiriyaa, michuu.

daraboo ma.
GAO

hiriyaa, michuu.

darara ma.
GAO

dhiphina, rakkina yookiin rakkoo,

darara ma.
GAO

dhiphina, rakkina yookiin rakkoo,

Sponsors