daraaruu go.

GAO

Hiika

1. biqiltuun ija yookiin firii godhachuuf habaaboo baasuu; Boqqolloon daraare. 2. mataan namaa harrii baasuu; Rifeensi mataa daraaruun dulluma duwwaa irraa hindhufu.
Sponsors