Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
daba ma.
GAO

hammeenya nama rakkina irraan gawu; Daba nama irratti raawwachuu waaqni hinjaal'atu.

dabaa ad.
GAO

1. kan sirrii hinta'ini, jallataa, micciiramaa (waan nama hinta'in hundaaf). 2. nama hammeenyaan gu...

dabaa ad.
GAO

1. kan sirrii hinta'ini, jallataa, micciiramaa (waan nama hinta'in hundaaf). 2. nama hammeenyaan guu...

dabaankillee ma.
GAO

allaattii baalleen bifa guguraachaafi adaadii (a'adii)wal make qabu, kan duudi ol ka'aa, kan foon is...

dabaaqula ma.
GAO

ija yookiin buusaa gurguddaa akka kuwaasii, ka hidda lafa lowu irratti biqilu, kan babbaqaqsanii, af...

dabalaa 1 ma.
GAO

uffata haphii akka naxalaa addaatu, kan warshaalee keessatti dhahamu;Dabalaan shaashii faa ta'a.

dabalaa 2 ad.
GAO

kan namaaf eda'u yookiin dabalu.

dabalaa 2 ad.
GAO

kan namaaf eda'u yookiin dabalu.

dabalaa l ma.
GAO

uffata haphii akka naxalaa addaatu, kan warshaalee keessatti dhahamu;Dabalaan shaashii faa ta'a.

dabalachuu go.
GAO

isa duraanii irratti kan biraa fudhachuu, eda'achuu.

dabalamuu go.
GAO

waan jiru irratti waanti biraa itti eda'amuu.

dabalata ma.
GAO

kan duraatti eda'acha yookiin kan qaban irratti kan biraa barbaacha; Inni ati dura nyaatte sin gayin...

dabaloo 1 ma.
GAO

gogaa hoolaa kan sukkuumamee booda uffatan.

Sponsors